Gaaffii 1ffaa
Waaqayyoon dhala nama fayyisuuf ofii isaaf dhufe moo Ilma isaa tokkicha erge ?
Akka Ortoodoksiin amanatanitti Waaqayyoon foon namaa uffatee (nama of fakkeessee) addunyaa baraaruuf gara biyya lafa dhufe.
Garuu Macaafni Qulqulluun, Wangeela Yohannis 3:16 irratti akkas jedha: ˝Waaqayyo, akkasitti tokkicha ilma isaa hamma kennuufitti biyya lafaa jaallate."
Dabalataan Yohannis 1ffaa 4:9 irratti akkas jedhe: “Waaqayyo akka nuyi isaan jireenya argannuuf, tokkicha ilma isaa gara biyya lafaatti erge.”
Kana irratti Gaaffii nuti qabnu:
Akkuma isin Kiristaanonni jettan Waaqayyo foon uffatee addunyaa baraaruuf gara biyya lafa dhufe moo ? Akkama macaafni jedhutti ilma isaa tokkicha biyya lafaaf erge ? Akka isaan lamanuu tokko hin jenneef, inni erge (Waaqaa) fi inni ergame(ilmi) qaama garaa garaa lama ta'uun ifaadha. Kana males ragaan baay'een kan Waaqayyoon ilma isaa erge jedhu Macaafa keessa jira. Yohannis 1ffaa 4:14 ilaali.
Barnoota Amantii Islaamaa fi Kiristaanaa wal-bira qabdani barachuu yoo barbaaddan Chaanaali keenya armaan gadi Join gochuun nu hordofa.
👇👇👇
@Saahibuddiin28