Forward from: RAFIIQUL ISLAAM
16, ๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐? ๐๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐?
Ani dhuguman, dhuguman isinitti hima; namni dubbii koo dhagaสผu, isa na ergettis kan amanu hundi jireenya bara baraa qaba; murtiittis hin dhiสผaatu; inni duสผa jalaa gara jireenyaatti darbeera.
Yohannis 5:24
17, ๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐?
Jireenyi bara baraas kana: innis akka isaan siสผi Waaqa dhugaa tokkichaa fi Yesuus Kiristoos isa ati ergite sana beekaniif.
Yohannis 17:3
18, ๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐'๐๐๐๐๐๐๐?
Isaanis akkana jedhanii deebisaniif; โBeetlihem Yihuudaatti dhalata; kunis dubbii raajichi,
โโโYaa Beetlihem ishee biyya Yihuudaa,
ati gonkumaa bulchitoota Yihuudaatii gad miti;
bulchaan saba koo Israaสผelin tiksu
si keessaa ni baสผaatiiโ
jedhee barreesse sanaa dha.โโ
Maatewos 2:5-6
19, ๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐
Waaqni akka inni Israaสผeliif qalbii jijjiirrachuu fi dhiifama cubbuu kennuuf jedhee bulchaa fi Fayyisaa godhee mirga ofiitti ol ol isa qabe.
Hojii 5:31
โ'Ati yaa Betlihem ishee biyya Yihudaa keeessaa! Ati mandaroota gurguddoota Yihudaa hundumaa irra hin xinnaattu; si keessaa kan mo'u tokko saba koo Israa'eliin kan, bulchu in ba'a' kan jedhu jira" jedhan.โ
ย โ Mat. 2:6
๐๐จ๐ฉ๐ก๐๐๐ฌ๐ฌ๐๐๐ง: ๐น๐๐๐๐๐๐๐ ๐ฐ๐๐๐๐๐
๐ต๐๐๐๐๐๐๐ ๐ฉ๐๐๐๐๐ ๐ฒ๐๐๐ ๐ซ๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐ฏ๐๐๐ ๐ ๐ฒ๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐ฌ๐๐๐ ๐ซ๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐ฒ๐๐๐๐๐๐๐ ๐ณ๐๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐ฒ๐๐๐๐๐ ๐ฒ๐๐ ๐ฒ๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐บ๐๐๐๐ ๐ฎ๐๐๐๐๐ ๐ฏ๐๐ ๐ซ๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐ฑ๐๐.
๐พ๐๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐จ๐๐๐๐๐๐๐ ๐พ๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐พ๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐.
https://t.me/Rafiiqul_Islaam/920