WAAQAYYO NI UUMAA? YEAUUS UUMAADHAA?
DEEBII ๐๐๐๐
๐๐๐๐ช๐๐ฒ๐ฒ๐จ ๐๐ข๐ง ๐๐จ๐ฅ๐๐๐ฆ๐ง๐ ๐๐ข๐ง ๐๐ฎ๐ฆ๐๐ฆ๐ง๐.
Isa. 43
ยฏยฏยฏยฏยฏยฏยฏยฏยฏยฏ
10, Waaqayyo, "Yaa saba nana, isin dhuga-baatuu koo ti, garbichi ani fo'adhes isinuma, isin akka beektaniif akka amantanitti, isa kana kan godhe ana Waaqayyo akka ta'e akka hubattanitti, ana dura Waaqayyo kan biraa hin turre, ana booddees Waaqayyo kan biraa hin jiraatu.
11, Ana duwwaatu Waaqayyoo dha, ana malee fayyisaan kan biraa hin jiru.
๐ ๐๐๐ฅ๐ฅ๐๐ ๐๐๐ง๐๐ ๐๐๐ฌ๐ฎ๐ฎ๐ฌ ๐๐ฎ๐ฆ๐๐ฆ๐๐๐๐ข๐ข ๐๐จ๐ฅ๐๐๐ฆ๐๐๐๐ก๐๐
โAmmas ani garbicha isaa akkan ta'uuf, Yaaqoobin gara isaa akkan fiduuf, Israa'elinis isa biratti akkan walitti qabuuf, Waaqayyo garaa haadha koo keessatti na tolchee fuula isaa duratti ulfina anaaf kennee jabinas anaaf ta'eera.โ
ย โ Isa. 49:5
โWaaqayyo jalqaba hojii isaatiitti, hojii isaa isa bara durii sana hundumaa dura na uume;โ
ย โ Fak. 8:22
Mat. 1
ยฏยฏยฏยฏยฏยฏยฏยฏยฏยฏ
21, Isheen ilma in deessi; atis maqaa isaa 'Yesus' jettee in moggaafta, inni ofii isaatii saba isaa cubbuu isaaniittii isaan in fayyisa" jedheen.
22, Kun hundinuu inni Waaqayyo gooftaan afaan raajichaatiin dubbate akka raawwatamuuf ta'e.
Luq. 1
ยฏยฏยฏยฏยฏยฏยฏยฏยฏยฏ
26,ย Elsaabex ulfooftee ji'a ja'affaatti, ergamichi Gabri'el Waaqayyo biraa kutaa biyya Galiilaa mandara Naazireet jedhamutti ergame.
27, Ergaan isaas gara durba Maariyaam jedhamtu tokkootti ture; isheen nama Yoseef jedhamu, sanyii Daawit keessaa dhalate tokkoof, kaadhimatamtee turte.
1, ๐ผ๐๐๐ ๐ฎ๐๐๐๐ ๐ด๐๐๐๐๐ ๐ฑ๐'๐ 9 ๐ป๐๐๐ ๐บ๐๐ ๐ผ๐๐๐๐๐๐๐ ๐ผ๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐?
2, ๐ผ๐๐๐๐ ๐๐๐ ๐ป๐๐๐ ๐ฌ๐๐๐๐๐๐ ๐ผ๐๐๐๐ ๐พ๐๐๐๐๐๐๐ ๐ต๐ ๐ผ๐๐๐๐๐๐?
3, ๐พ๐๐๐๐๐๐๐ ๐ต๐ ๐ซ๐๐๐๐๐๐๐?
Kanaaf hawaasa kiyya qaalii akkanatti bifa salphaa taโeen waaqayyo yesuusin akka hin taane fi yesuusis waaqayyoon akka hin taane adda baafanna jechuudha.
ย
Yoomille yesuus waqayyoon taโuu hin dandayan maf jennan macaafni kamuu yesuus waaqayyoon akka hin taane ragaa baha waan taโeef.
ย
๐๐๐ฌ๐ฎ๐ฎ๐ฌ ๐๐๐ซ๐ ๐๐๐ซ๐๐๐ง ๐๐๐ฆ๐ฎ๐ฆ๐ ๐๐จ๐๐๐๐๐ก๐๐.
โIlma namaa isa waaqa irraa gad bu'e sana malee, homtinuu gara waaqaatti ol hin baane.โ
โ Yoh. 3:13
โAni dhugicha isan Waaqayyo irraa dhaga'e isinitti himeera; isin garuu ana nama akkasii ajjeesuu barbaaddu; Abrahaam akka kana hin hojjenne.โ
โ Yoh. 8:40
โ"Kunoo, ani bantiiwwan waaqaa banamanii, ilmi namaas gara mirga Waaqayyoo dhaabatee nan arge" jedhe.โ
โ HoE. 7:56
https://t.me/Rafiiqul_Islaam/1244